Bale Forest Enterprise Establishment Regulation (No. 88/2007)
颁布于 2007-06-29 · 文本截至 2026-10-01
以研究形式发布的公开法律与官方指引,不构成法律、税务或金融建议。
研究内容本身以英文撰写。标题和标签已翻译,调查结果和引文未翻译。
关于这部法律
- 语言
- English
- 类型
- 条例
- 国家
- 埃塞俄比亚 · Oromia
- 主题
- Forestry, Wild species and ecosystems
- 关键词
- forest management/forest conservation, institution, policy/planning, timber extraction/logging, biodiversity, governance, management/conservation
在哪里阅读
该法律没有记录来源链接。
文本
所收录的法律原文,按条款排列。每个条款都有自己的链接。
I Waggaa lJrr ........ Lakk.13/1999 13'i' 'J: + ....... «'l'C 13/1999 13th year ..... No. 1312007 ' MAGALATA OROMIAA (TO 'I II:J- t. r: "'l. , MEGELETA OROMIA Gatiin Tokkoo .............. . To'annoo Mana Marii Bulchiinsa Mootununaa f1~ "';J , Naannoo Oromiyaatiin kan Bahe ....... Unit Price ................ . n).C"'"l.Y hlV'I'I! ou"",p'* ODh+~~C 9"hC Il.* m"~"* fllJlTl QAB1YYEE Dambi! Lakk.8811999 Dambii Dhubbata Bosona BaatH' Huodeessuuf Bahe. Dambii Lakk. 88/1999 Dambii Dbaabbata Bosona Baalcc Hundeessuf Babe. Dhaabbatni bosonaa qabeenya bosona mootummaa isa jala j iru haala gaariidhaan akka bulchuufi haala itti fufiinsa qabuun akka faayidaa irra colchu mijeessuun 'barbachisaa ta' ee waan argameef; Hojiiwwan misooma bosonaa bal'inaan gaggeessuun fedhii uummataa guutuufi misooma diinagdee naannoo arifachiisuuf gahee guddaa taphachuu waan dandeessisuf; Uummata naannoo bosonaa jiraatu eegumsaaf misooma bosonaa irratti akka hinnaatu akkasumas bu'aa isaa irraa fayyadamaa akka ta'u dhaabbanni bosonaa jajjabeessuu akka qabu waan itti amanameef; ........ .r."H1 t:1'C 81111999 fill\. fl.") t:C~+ 1I"'~:tr f(J)ITI .r."H1 to"H1 "''1'C 88/1999 fqt\, ft.1 1:CJ':'I 11"'1**9" fro"1 to"H1 fto"} 1:CJ':'I- np'';' fll(ll."} fon"}"/P''I- fto"} U-Il'l n'1'<- U- .. ;to h Vl.filofo.<l1:C<; ",,"1,M'I- qll(ll. 1Jo .. ;to '1':t9" II.f. hVl.(II.A U· .. ;to?'"f"} "'Ion;l"f'l Mt.II.'l. If'f non1"'i.p 1 fto"} A"'I'I- P't-"f"} nII"-(II. "'Ih'l.1:' f ;"1m·"} <;:11.7'1- 11"'1"'./.11.'1-<; fhAII·"} 9""1" U-Il'l- 61:1'1- 1I"'I4om"} h<i:ofo;;' M·~'I'II)' II.fY.C"/ iII\"'IJA 1 • ,. Flnnnnee,WaxabaJjll22 bars 1999 tC.,." ... II ... 22 +") 1999 "t." Finfinne, 29111 day of June,2007 r Lakk.S.Poostu ........ 101769 fT."'. t:1'C P.O.Box. ................ .. CONTENT Regulation No. 88/2007 Regulation to provide for the etalJlIshmcnt of Bale Forest Enterprise. Regulation No. 88/2007 Regulation to provide for the etablishrnent of Bale Forest Enterprise. WHEREAS, a Forest Enterprise is required to attain effective management and sustainable utilization of state forest resources found in its concession area; WHEREAS, undertaking of extensive forest management would have a significant contribution towards satisfying the needs of the community and enhancement of the economic development of the region; WHEREAS, the Forest Enterprise is required to promote the participation of local communities living around the forest in forest protection and development activities, and in ,sharing the benefits derived from rest products; wwww.chilot.me Seektera bosonaa irratti hojjetoota ga'umsaafi beekumsa gahaa qaban dhaabbanni bosonaa hawwachuufi tursiisuu akka danda'u haala mijeessuun barbaachisaa, ta'ee waan arg~eef; Akkaataa labsii lakk. 87/1997 keewwata 49(1) fi labsii lakk. 1611989 tiin dambiin kanatii aanu bah.ee jira. 1. Mata Duree Gabaabaa Dambiin kun "Dambii Dhaabbata Bosona Baalee HundeessuufBahe Lakk. 88/1999" jedhamee waamamuu ni danada'a. 2. Hiika Akkaataan seensa jechichaa hiika biro kan kennisiisuufyoo ta'e malee dambii kana keessatti: I . "Rosona Mootummaa" jechuun bosona eegamaa ykn omishaa kamiyyuu, kan daangeffame ykn kan hin daangeffamne ta' ee , qabeenyumrnrnaan isaa kan mootummaa naannoo Oromi yaa kan ta'ejechuudha. 2. "Karoora Bulchiinsa Bosonaa" jechuun qajeelfamawwan ykn sadarkaawwan hojii bosonaa sirrii ta'e hojii irra akka oolu kunuunsiifi faayidaan bosonaa akka wal-gitu, akkasumas faayidaa itti fufiinsa misooma dinagdeetiif qabu akka uumamu kan iuiin taasifamu jechuudha. R.I'.1 /l.h1·C II,. Rot lolI-;t-<; 6ro..,.+ J'II'fro.1 1P6-·H'lo f.l'.1 ~C»;'" oo..,il<; ""4'ft 1.1'<\' HI tH;t-P''f'1 ""00:1''1':'' M.l.II1. tf<;' R0011." I Rn'l'»; "''PC 87/1997 111"'~ 49(1) 1.<; RII'I'J'l "''PC 16/1989 001P1..+ f"'l.h-t-"ro. .l'.1il ro'P;tA:: I. II "I." C C tlIl eo nil • fQ/l. .1'.1 ~C»;:,. """**'1" fro"1 .1'.111 "''PC 88/1999 • HIli II.m.,.1l ,. loll A :: 2. :"C'I"'I. f :p". h7QlI M +C1''I'' f"'l.J'ilmro. hAtf~ RIl-t-.,.C RllU .1'.111 ro.il'P, I' .. f001"1 p'~ • .I'.'} ' ...,,,:,. f -t-h/\/\ ro,. 'I" J' A -t-h /\/\ 'P1I '" .1'.1 "'I"C:" f"'l.ro.A .1'.1 tf<;' 1111..+~'" f~C:"".J' IIM'e 001"1 P'+ ftf~ ...,,,+ ~ro.:: 2 . • fn M-t-II.1'.C 6"'~' ...,,,:,. 0000" J'T ro,. 'I" + IIM'i' ftf~ fn P'6- .1'.1..)1 P'6- II,. 1.1.<\.ro.A f.l'.1 1.111111R'<; IIm:p",'I" 1.1,<\,"1"1'1" 1.1.<\.U-'I" M-t-...,...,1 ftf~ '1""1" Uil;t-'e m"''''I.;t- 1.1'<\' <;' I..ro. f"'l..I'.1.. "lR:" ..., ,,:,. ~ro.:: WHEREAS, ~ Forest Enterprise is required to attract and retain skilled and competent employees in the forestry sector; NOW, THEREFORE, in accordance with Article 49(1) of Proclamation No 87/2005, and Proclamation No. 16/1997 this regulation is hereby issued. 1. Short Title This regulation may be cited as the " Bale Forest Enterprise Establishment Regulation No. 8812007". 2. Definitions Unless the context requires otherwise in this regulation: 1. "State Forest" means any protected or productive, demarcated or non demarcated forest, which is owned by the regional government of Oromia. 2. "Forest Management Plan" means a series of guidelines or minimum standards prepared for proper application of forestry operations to a forestland, designed mainly to hit a balance between the conservation and !nhancement of forest functions. and sustainable utilization for economic development. 2 , wwww.chilot.me 3. "LaCa Bosonaa Kenname (Konseesbinii)" jechuun lafa bosonaa dhaabbata bosonaatiif haala itti fufiinsa qabuun akka bu1chuufi itti fayyadamu lafa jambii kanaan kennameef jechuudha. 4. "Eejeosii" jechuun Eejensii too'ataa dhaabbatoota bosona mootummaa naannoo Oromiyaa akkaataa dambii lakk. 84/1999 keewwata 3( I) tiin kan hundaa'e jechuudha. 5. Boordii Hojii Gaggeessaa" jechuun boordii dhaabbata bosonaa ol-aantummaadhaan kan too'atu ykn kan gaggeessu jechuudha. 6. "Fandii Bosonaa" jechuun maallaqa dhaabbatoota bOsOnaa irraa sassaabamee gara Eejensiitti darbu jechuu dha. 3. Hundeeffama 1. Dhaabbanni bosona Baalee iCana booda "Dhaabbata" jedhamee kan waamamu of danda' ee akka"qaarna dhaabbatoota misoomaa mootumInaa tokkoo ta' ee dambii kanaan hund~effamee Jlfa. 2. Uti waamamni dhaabbatichaa Eejensiidhaaf ta ' a. 4. Teessoo Ol-aanaa . Teessoon ol-aanaa dhaabbaticltaa magaala Roobee keessa ta'ee akkuma barbaachisummaa isaatti bakka barbaachisaa Ia' etti damee Habaachuu ni danda'a. 3 .• frllm f)'.'} 00':'+ (",}II'/1'}) , 0'111+ 1'1)'. '} l':C~-l: "'''I.e ~+ ~flal. 1Jo'l.;/' h '}l\,fI'lNIl':C'> . h '}I\,m",rn+ ntLO )'.'}il frl'lmlll. f)'.'} 00':'+ "'11'1+ ~III.:: 3. "Concession Area" means a forestland entrusted to the Forest Enterprise by this regulation with the right to manage on a sustainable basis. 4 ... h.:t'}lI." "'11'1+ n)'.'}il "''l'C 4. 84/1999 h'}",6 3(1) oolPl+ fr**on rh!:"'I.f hM'l! oo'}"}p'+ f)'.'} l':C~of'f "Agency" me3!1S the Oromia Regional Forest Enterprises Supervising Agency established pursuant to Article :1(1) of Regulation No. 8411999. r41"l"l6 h.nlL "'11'1+ ~III.:: 5 . • f P'1r 1.00lrC /lCl': ' "'11'1+ f)'.'} l':C~+,} nnll.e~-1· f"'l.41"lmC (D.er f"'l.oolr /lC l': "'11'1+ ~III.:: 5. 'f)'.,}.l. ,}l':' "'11'1+ h)'.') l':C~of'f rllill'l/l (D)'. h.:t'}lI.lII. f"'l. rlll'l~ 11tlil ~III.:: 3. OD*~ 1. f~1I. )'. '} ~+ htLO n:tll • l':C1:+ rilll- f"'l.mlr hlrfi.'} 'fll- .n:>'l! 11111. ~+ fl'llll. 11<;' h,})'.h,}l': foo,}"}p'+ A"'I+ l':C~+ 11<;' ntLo )'.'}of\ r*"'''lA:: 2. f)'.'} l':C~of: rm6~of: ·1'Ih.nll.lII. .ell'> A:: 4. f"''>in. II'/~+ hl':lrli I'l':C~of: ... '> II'/~+ !:~ hr"'l 1II.1'I'l' 11<;' It'})'. M.l.II'I.~'" 11.11 /l;/' ~C'}"'\~ II'/~+ t\,<;'llll. .e'fllA:: 5. .. Management-,Board" means the board set up to )venee the overall operation of the Forest Enterprise. 6. "Forest Fund" means the money collected·by the enterprises and transferred to the Agency. 3. Establishment 1. The Bale Forest Enterprise, herein after referred to as the "Euterprise", is hereby established as an autonomous public enterprise. '2. The enterprise shall be iCcountable to the Agency. 4. Head Office Enterprise shall have its head 'office in Robe and may have branch offices elsewhere in the region as may be necessary . 3 wwww.chilot.me 5. 'til., 5. Objec(ive \ 5. Kaayyoo DIi¢lbatichi kaayyoowwan .I': C~." f"'l.h.,.fI-+ 'tll"'l"f The Enteq>rise shall have the annaan gadii ni qabaata. K.'l"?:t-A:: following objectives: 1. Lafa bosonaa isaa kenname keessatti ee~ misoomaa fi 1. 1I"'(lmm. f1.1 -.:.+ 1. To realize development, itti fayyadama bosonaa itti m.1l'l' M.,."'I"'I'S 'I'll:/' protection and sustainable , fufiinsa qabu dhugoomsuu . • A"'I+'1 f1.1 hm:/'4'9" utilization of the forest 2. Lubbu qabeezt adda addaa "'il?1'1' I resources found in its ilaalchisee bule "insiifi 2. 111.1 m.1l'l' flto-}- A~ concession area. kunuunsi itti fufiinsa qabu akka jiraatu mirkaneessuu.: A~ .h,e.m+ fll'fm. 2" To ensure sustainable ~-:e;"f M-Ah-f. 3. Guddina hawaasummaaf h "''''I'''I'S M.,..<\1.C'1 management of biodiversity, diinagdee uummata naannoo >'11M1 ')fI. >'111. 'l" C conservation. bosonaa jiraatu fooyyessuu lI"'Il?1'1' 1. keessatti gumaacha gochuu. 3. To contribute to 3. 111..,. IMf 1I"'l. 'l" lm. .h 11-11 improvement of the so:cio 6. Aaogoo n HojD "'IlIlIto'e'1 9""1" Ul1:t-'e economic conditions of local 6.1':1+ M.,..,.llh lI"'IIICh+! people living around the Dhoabbatlcbaa Dhaabbatichi aangoo Ii hojii forest areas. annaan gadii ni qabaata. 6. p'AtTf1'i '''"If\C 1. Akkaataa seerota jiraniin .l':C~'" f"'l.h.,.I1·+ 6. Power and Duties oftbe qabeenya bosonaa lafa boso.naa p'AtTf1'1 "'"I'IC ~'l"?:t-A:: Enterprise kennameef keessa jiru eeguufi 1. h"l'll1 ·'1I1m. .h"l polPl+ The enterprise shall have t\le rnlsoomsuu. 1I"'(lmm. "".:.-l: II~ f"'l. 11 fonawing power and m.1 f 1.1 Ul1+ "",hf\hl1'1 juties: 2. Fedhii bu'aa bosonaa "'IA "'1+ I 1. 'Totect and develop the forest guddachaa deemu • guutuuf 2. >.f,;Q.""l 1I",,111m. f1.1 esources in its concession in dhiyeessa bu' aa bosoocla kan 0J.m + <i:1I H 11"'1"'-" + LCcordance with the pertinent akka gudeelcbaa, saanqaa, f1."1 m.m.+ >':"CfI+1 >'11. aws and regulations. utubaa tajaajila adda addaatiif "11.1':' tTfm.1I • ""'"~ oolu, moka ij...-- qoraaniili MA"I .... -f."f f"'l.m.fI- 9"{1('- 2. Ensure sustainable supply of kkfhaala amansiisaa ta'een "f. 1I"l1f\:t- f"'l.m.A different forest products such mirkaneessuu. . >'1,;Q,+ ' 11"'111'-'1 as logs, lumber, 1:r.p1smission 1I""I'\(lfI-+ f"'l.m.A poles, construction materi~s, M.,."'I"'I'S 1I1f~ U-.. :t- fuel wood, etc to contribute 3. Deeggarsa Eejensichaatiin "'Il?1'1' ! to fulfilment of growing , karoora bulchiinsa bosonaa IIII..I!1l1.m. .I':?<i: +hhll'i' demands for such produc:ts. 3. sirrii ta'e ni qopheessaa, flf~ f 1.1 hO-t.<\1.C 6:".1': 3. Develop a sound forest Eejensichaan yoo hayyamame fH?J/A' 1I1I.~1l1.m. management plan with support from the Agency and hojii irra ni oolcha. lI.~'" .1':'" p' to II~ fm.~ A:: implement it upon approva1 by the Agency. 4 wwww.chilot.me 5. Uummanni carraa hojii uumamuufi alatti bu'aa bosonaa kan muka hin 5. ~'I't<Jl. h"tLmCllr r Fir 5. Contribute to improvement of ta'in kan ilia hawwata tuurizimii, M:A <Jl.<J;l" h1<tl.r J'AIJ'~ local community's livelihoods buna bosonaa,. horsiisa kanniisba, 0J'.1 <Jl.lJl.r h1J'.h1'1-0rt through creation of job daawaa fi kkftti tayyad3.!]lanii ooOUil' r"l.h 1\-<;. nil opportunities and rational jireenya isaanii akka fooyyeffatan OCq,... 001:~'l. r<; utilization of non-timber forest OoollM-r rm'l-oo<Jl. gahee isa irraa eegamu oi baha. r Irllr<Jl. 1 ~-e" h 1'1.J'li7ill- products such as eeo-tourism, r"tmO'l-Or1 1:Cli apiculture, forest coffee, 6. Haala itti fufiinsa qabuun qabeenya .f,tD"lA:: medicinal herbs, etc. bineensa bosonaa lafa bosona 6 Orllm<Jl. J'.1 <Jl.O'l' r"t 11 kennameef keessatti jiran oi <r1 r'l-c hlr'fr Uil-lo 6. Develop wildlife resources kunuunsa. +"lMr qll<Jl. 11-~'" occuning within its concession .f,1MMA:: area on a sustainable basis . 7. Galii bineensa bosonaa karaa adamoo too 'annoon gaggeeffamu 7 04l'l''I'C h"tU"I r'l-c 7. Generate revenue from wise irma argamu illa guddatu ni hlr'fr hJ'.1 r"t 11<Jl. 10- utilization of wildlife through taasisa. h 1'1.J' 1:"1 "'11: l"l controlled hunting practices. 8. Bu'aa bosonaa irraa oomisha gatii B rJ'.') <Jl.1Jl.f-'f tDJ'.r1ill<Jl. 8. Maximize the revenue that can dabalataa qaban kan akka ?"Cr OoolltD'I' me'<; be obtained from forest ro.r oJ'H IItDl+r Fir meeshaalee waajjiraafi manaa, r"t<Jl.1\- I>?"TCllf-'f'i products by engaging in oomisha waraqaa hojjechuuf oolu, roollM-r1 O"'l?"lr hJ'.1 processing of value added koomparsaatoo fi kkf <Jl.1Jl.f-'f r"t 11<Jl. 10- products such as furniture, omishuudhaan galii bu ' aa bosonaa h 1'1.J' 1:"1 J'J'.C.7A" pulp, particle board, chip irma argamu ni guddisa. wood, and the like. 9. Qooda galii gurgurtaa oomisha 9 hJ'.1 ?"Cr <Jl.lJl.r 7iJ''L' 9. Devote share of the revenue bu' aa bosonaa irraa' argamu r"t 11<Jl. 1 r10- 1:Cli OJ'.~- obtained from sales of forest guddina hawaasummaafi diinagdee IttJ' 1I"t o;'C ,Mlil products in social and jiraattota naannoo bosonaatiif akka "'IUOIr'f<; h.1>0;'''tJ'<Jl. economic development of local ootu ni taasisa 61:1r h11:<Jl.A J'J'.C.7A" communities. 10. Kaayyoo isaa gatm~ ga'uuf 10 ,}~"'I<Jl. 1 1I"'111hr MM? 10. Perfonn other relevant rtr't-r1 FlrP''f 11-1\-hojiiwwan barbaachisaa ta 'an ni J'h<;<Jl. <; A" activities necessary for the hojjeta. attainment of its objeCtives. 7 hUlIJ!r 7 Organization of the 7.Gurmaa'ioa Dhaabbatichaa 1:C~'" r"thrll<Jl. hJ'.lJlJ!r Enterprise Dhaabbatichi gunnaa'ina armaan gadii .f, 0;' l'l' A:: Enterprise shall have the following ni qabaata. I. Fir hoolrC nC1: organization: I. Boordii hojii gaggeessaa. 2. FIr<Mh.J'~ I. Managemen Board 2. Hojii gaggeessaa. 3. II.II-'f IP Ir r'l' 'f 2. A General Manager 3. Hojjetoota barbaachisaa ta'an. 3. The necessary staff. 5 wwww.chilot.me 8. Miseensota Boordii I. Saayinni misee!lsota boordichaa 8. rnc'l- MIt-l 8. Members of the Board yoo xiqqaate shan (5) yoo baay'ate I. Number ofmemb..ers of the IOTha (7) oi ta' a. I. rnc'l- hq ... -l- ~~-l- ~f1h board shall be at least 5 (five) hl"'h-l- ~O~ M-l- J'.1Y'itl" but not more than 7 (seven). 2. Walitti qabaani fi miseensonni 2. The chairperson and other bardii (lura taa' aa boardii ejensii 2. rnc'l. /I.<I>0010C'i M ... ·)· members of the board shall be tiin kan ramadaman ta'u. Oh.~1I1.(II. r~c~ h~"'~ designated by the chairperson r"'l.oo.l'.o· J'.1Y'itl" of Soard of the Agency. 3. Baayinni miseensota boordichaa ~ hnC'l. M ... -l- h"l!': M·~';'(II. 3. One third (¥.t)--o[ members of 3. the board shall be elected by (harka sadi keessaa tokko) kan hin OlPt·.,.,;,(II. m'l-...... h~M caalle wal-ga' ii waliigalaa J'.ool "1/1." the general assembly of the hojjetootaatin oi filatamu . workers. • 9.Aaogoo fi Hojii Boordii 9. rnc'l- P'tlltJ1<; .,."qC 9. Power and Duties of the Boordichi aangoD fi hajii armaan gadii nc'l- r"'l.h.,./I·-l-1 P'tI"11'i Board ni qabaata. .,."qC J'. <;' ~:I" tI" Board shall have the following I. Raawwii kaayyoo, akkasumas power and duties: aangoo fi hojii dambii kana J. Otto .l'.1~ Oh·)"'~ 6 P'C I. To follow·up and ensure the r"'J'.)11+1 'I ... ..,!"'!". keewwata 6 jalatti tumame ni P'tI"11'i .,."qt.-). 1.01.'61"'1 implementation of objectives hardofa, ni mirkaneeffata. J'.h:l"·~ ... tI' fl?""1t1 " as well as the powers and duties of the enterprise 2. Muudama, hojiirraa gaggeeffama, 2. r p't.-Mh.f1l:1 1\-00-l-, provided in Article 6 of this miindaafi durgoo hojii gaggeessaa hp't. ooh'iO-l-, ~qollC; regulation . ni murteessa. hOtl J'.tDh'itl" 2. Decide the appointment, dismissal, salary and allowance 3. Barbaachisaa ta'ee yoo arge 3. MoI. ... ? IY<;' h1·j(ll. r ~CJ':'" of the manager of the caasaan dhaabbatichaa akka oo'l''l-C I.Vl.m'i f.l'.C?tI" Enterprise. qoratamu ni taasisa. 3. Initiate the study of h.~1I1.(II.O"'l.f tD"1 '1'(11. organizational structure of the 4. Qajeelfama Eejensichi baasu irratti 4. enterprise when it deems hundaa'udhaan kan hojii ooootf"f "'J'. -/-'I"Ch-P necessary. gaggeesssan ala miindaa hojjetoota hp't.-Mh.f1l: .l'.ootDl1 4. Decide salary scale of the dhaabbatichaa ni murteessa. (ll.m r !':CJ': '" 1 lP t..,. 'l'"f workers of the enterprise other J'.ootDl1 J'.tDM tI" than the manager on the basis 5. Ramaddii hojii fi hojiirraa 5. /lp't.-Mh.f1l: "'mt of the directives issued by the gaggeeffama itti gaafatamtoota rlY'I--l-1 ;:. ... t."f r P't. Agency. hajii gaggeessaatiif iui waamaman I"')'.q'i hp't. 1lII001l'io-l- 5. Approves the employment ni mirkaneessa. J'.tDh 'i tI:: assigrunent and dismissal of those officers accountable to the manager of the enterprise. .! 6 wwww.chilot.me . . 6. Eejensicha waliin mari'achuudhaan 6. Prepare and approve long-term karoora investmentii yeroo 6. hl..J!111.(J). .':>C noo"'lhC investment plan as well as dheeraafi karoora baajataa f .I1:C l!;.,,1 ft: '11"9" 1.11. budget of the enterprise, In dhaabbatichaa ni qopheessaa, yoo fl. 11iM'0010}- 0'1>.11:, fnJ! 0}- consultation with the Agency 0'1>.11: .r".:>)!tI T J?100"l"'ltl T hayyamames ni fuadaala, ni J?h;t-l"~tI T J?4"'lm&-tI T and upon approval, checks, bordofa, oi too'ala, deeggarsa .11:.:><;: J?1I"ltl . M.!A1. rJ'<;' follow up, supervise, and give barbaachisaa ta'e ni kenna, yoo h1"'i9" I.C9")! J?lDMltI" necessary supports and take barbaachisaa ta' ee argame measures when the need arises. tarkaanfii ni fudhata. 7. n<p&-l">;', h<P6 ih"l ~J? 7. Approves the internal 7. Qajeelfama keessaa kan seera l"'I"Ch-~ nlD"l(J). 00006Y , directives designed on the basis hojjetootaafi hojjechiisaa irratti n.l1:c l!;'" f .,.In(J). fh"l.'"C of labour proclamation, short hundaa' ee bahe, karoora yeroo 1.11. 0'1>.11:, nJ! 0}- term plan of the enterprise as gabaabaafi baajataa dhaabbatichaan .1'0.11: ... tlTh.t '000'19" well as regular budget dhihaate ni mirkaneessa, raawwii J?h;t-l" tI T J?100"l"'l tI T J?h". proposed by the enterprise, and isaatis ni madaala, ni hordofa, ni 1·~tI M.t~1.(J). 1 .11:.:><;: check, follow up, supervise, too'ata, deeggarsa barbaachisaa ta'e J?1I"ltl T M.M1.(J).'} l.e9")! gives necessary supports for its ni kenna, yoo barbaachisaa ta'ee J?lDMtI" implementation and take arge tarkaanfii ni fudhata. measures when the need arises. 8. ft: '11"9" 1.11. il.l1: C 8. Propose long-term loans and 8. Liqii yeroo dheeraa qopheessee 1I1..J!111.(J). h'l>cn credit of the enterprise to be akka mirkanaa 'u Eejensichaaf ni ),1'1.0.11:'1>110}- n.c .:>tI" approved by the Agency. dhiyeessa. 9. f .I1:Cl!;", f'L"til 001l1il 9. Ensure that proper books of 9. Galmeen herreega dhaabbatichaa no}-hhtl Moo.r". account are kept for the haala sirrii ta'een qabamuu isaa ni fl.:>"I"ltl " enterprise. mirkaneessa. 10. f P' &- h.t '09", f'L"til 10. Submit periodic reports on 10. Gabaasa raawwii hojii fi herreega 6TCo}- nf1.l1.(J). 1I1..J!111.(J). state of activities of the dhaabbatichaa yeroo yeroodhaan U"til .r.,.CQtI:: enterprise and financial reports Eejensichaafni dhiyeessa. II. f.l1:Cl!;", fhT;t-tI oom1 to the Agency. II. Gadi bu'insaafi ol-ka'insa OOQ;l,ooC, 00"')0 II. Propose to the Supervising 1I1..J!111.(J). U"til .r.,.CQtI" kaappitaala dhaabbatichaa Agency the increase or Eejensichaafyaada ni dhiyeessa. decrease of the capital of the Enterprise. 10. Aangoo fi Hojii Hojii Gaggeessaa 10. f p'6-Mh..rJl: P'tI"l'l'> Hojii gaggeessaan aangoo fi hojii l""I'lC 10. Power and Duties of the armaan gadii ni qabaata. P' &-,Mh..rl!: f"'l.hl"l1- 0} Manager The Manager shall have the P'tI"l1, l""lQC J?<;'<\.;t-A" following power and duties: 7 wwww.chilot.me 1. Dambii kana keeww'ata 9 jalatti kan tllmameefi qajeelfamni walii-galaa 1. Ottu 1.111 h 14'~ 9 ~J', 1.11..,.1. 111tD. Oh,J!11\.tD. r"'l.m"1 hm-"'~J', """"6f I. 11."'m04' 11'<;' OO~J', l-t p'6--Mh.f)!: P'6-tD.1 J',o06-lI T ffl.,.Jl1: 6-1I" Eejensichan bahu akkuma eegametti ta'ee hojii gaggeessaan dhaabbaticha ol-aantummaadhaan ni qajeeicha, ni bulcha. 2. Aangoofi hojii walii-galaa·keewata kana keewwata xiqqaa 1 jalatti kan tumame akkumajirutti ta'ee hojii gaggeessaan aangoofi hojii anmian gaditti tarreeffaman ni qabaata. A. Dhaabbaticha ni qindeessa, ni qajeelcha. ni bulcha, ni too'ata. B. Wal-quunnamtii hunda dhaabbatichi qaama sadaffaa waliin taasisu bakka ni bu'a. C. Hayyama boordii yoo argate itti gaafatamtoota itti gaafatamni isaanii isaafta'e ni qacara, ni ramada, hojii irraa ni gaggeessa, hojii isaanis ni murteessa. D. Akkaataa qajee~fama keessaafi seera dhimmi ilaaluun hojjetoota biroo ni qacara, ni ramada, miindaaf durgoo isaanii ni murteessa, hojii irraa ni gaggeessa. E. Galmee herreegaa dhaabbatichaa sirrii ta'e jiraachuu isaa ni mirkaneeffata, lakkofsa herreega baankii dhaabbatichaa ni bana, akkaataa seera faayinaansiitiin ni sochoosa. F. Hayama boordiitiin watiigaltee liqii yeroo gabaabaa hojii dhaabbatichaatif oolu ni mallatteessa. G. Qajeelfama keessaa, karoora hojiiti baajataa qopheessee boordiidhaaf ni dhiyeessa, yoo hayyamames hojii irra ni oolcha. 2. ottu h 14'6 -1/Jofl h 14'61 ~J', r.,.1.111tD. hm-"'~J', P' 1I "11<; .,.-mc 1.11. "'mO 4' 11'<;' p'6-Mh./)!: r"'l.h.,.IItD.1 p'1I"11'i "'''lqC J',<;'~;t-ll" U. 1:C~of,1 fl.6-71.lITJ',""6-lI T ffl.,.Jl1:6-lI T J',4'''1m6-lI" II. 1:C~of, hM.,.>;< hhll ;JC r"'l.fI.C1tD.1 "lTH-t U·II· J',mMlI" dl. onc}!. 1..-"'1: .,.m6H IIhC(\- rifl' ;>~k!"'f1 J',4'1'6<lI T J',"" 1:qll T hp'6- f"<;l1;t-ll" "". h"lQl1 Qllro.. .b"l II.II-'f 1P6-.,.'l''f"l J',4'1'6-lI T J',OD1:Qll hOM' I.ODm~'ftD.1?" J!;mfI<;lI T hP'6-T fcWl1;t-lI" IP. r1:C~of,1 r'L "111 ",,11111 o-thhll ""f"'1 fl.;J"l"1l1T O'i-J',<;1f1 .b"l ""1P1.-t r1:C~of, rQ1h 'L "111 "'1'C J',h'i';t-ll T f14'1t:r1t1l" l..oncJ\. 1..-"'1: I11:C~of, P'6 r"'l.tD.lI rh'l"C 'til. rl11:C (t?"?"I-t J',I..C"'IlI" (t. rtD.fl1' ",,006f r P'6 6:r1:<; OJ!-t hH;J~'" IIncJ\. f4'CQll T 1\.1..4' 1:?" P' 6- ~J', ftD.~lI" 1. Without.prejudice to the provisions of article 9 of this Regulation and subject to the general directives of the Agency the M3I!ager shall be the chief executive of the Enterprise and shall direct and administer the activities of the Enterprise. 2. Without prejudice to the general power and duties provided under sub-article 1 of this Article, the Manager shall have the followidg power and duties: a) Organize, direct, administer and control the enterprise. b) Represent the e(lterprise in all dealings with the third p<\I"ties. c) Subject to the approval of the board, employ, assign, and dismiss the officers of the enterprise accountable to him and define their functions. d) Employ, assign. dismiss and determine salaries and allowances of other employees of the enterprise in accordance with the internal directives of the enterprise and the appropriate laws, e) Ensure keeping of proper book of accourits of the enterprise, aild Qpen and operate bank accounts of the enterprise based on finance laws. f) Enter into short-tenn loan contracts for the purpose of providing the working capital of the enterprise with the approval of the board. g) Prepare and submit to the board the internal directives as .well as the work and budget plans of the enterprise, and implement it upon approval. 8 . wwww.chilot.me G. Qajeelfama keessaa, karoora hojiifi baajataa qopheessee boordiidhaafoi dhiyeessa, yoo hayyamames hojii irra oj oolcha. H. Murtiiwwan boordii hojji irra ni oolcha, hajji irra akka oolu oi taasisa. 1. Gabaasa raawwii hojiifi herreegaa boordiidhaaf oi dhiyeessa. J. Hojii dhaabbatic;haa saffisiisuufhanga barbaachisaa ta'e aangoo fi hojii isaa irraa qoodee iui gaafatamtoota kutaaleefi hojjetoota birootif oi kenna. K. Koree manajimeotii hojii dhaabbatichaa irratti mari' atee murteessu ni hundeessa, wal ga'ii isaatis ni gaggeessa. L. Hojiiwwan biroo boordiidhaan kennamaniif ni raawwata. 11. Lafa Bosonaa Kenname J. Lara bosonaa kennarne (Konseeshinii) heektaara 437,108 tti kan tilmaamamu ta'ee kana keessaa: A. Heektaara 3,483 bosona namaan mlsoome. B. Heektaara 248, 536 bosona uumamaan uwwlsame. C. Heektaara 185,089 lafa biro ti . D. Naannoon lafa bosonaa kenname bosonawwan maqaan isaanii :- Gooroo Bailee, Mannaa Angeetuu, Kubbay)'aa, fi Aluushee Baatuu dhaan beekaman ni hammata. Il. Yro.lI'T' uouot.y Y P'1r ():,.~<; n~+ M;:>~f. ,'I(lC}\. Y4>CqA: fLt.4>~'I" P'1r ~!.'. yro.~A:: 11. ynC}\.1 ro. "I'!. P'1r ~!.'. yro.~A : 1t1-'l.ro.A'I" yt.C;:>A:: 4>, YP't· nt.'B'I"<; Y'L"Iil 6TC+ IInc}\. Y4>CQA:: n. P'lrro.1 1I"'I4>~m<;: hp'AIlJ~'<; hp'lrro.~!.'. nh<;:11- np'o;. ~II'+ ;)~"''f<; IP Ir-t 'l' '1' !.'.1l1lJ A :: t. n ~C~." P' Ir ~!.'. -tIDY !.'.f. Y"'l.IDII1 Y"'I'!.~uo1·l- I>"'l.1; Y""4:"'IA:llilMro.1'1" !.'.uoIrA:: '1'. nnc}\. Y"'l.llmro.1 11.11-'1' P'1rP''f1 Yh<;ro.<;A:: 11. Y-tllm Yt.1 uot,+ 1. Y-tllm Yt.1 uot,+ (I>111.7i1) 437 108 'l.1J;J-C Y"'l.1uo+ ,,<:' hllu ro.lI'T':. u. 3483 'l.1J;J-C nllro. YII"'I ~.248 536 'l.1J;J-C Y1·t.'T'C' t.1 <h. 185 089 'l.1J;J-C II.~ uot,+ uo. Y-tllm yn uot,+ IJAA 11'1" -)C' QIl.:"'I<; n11.,,: h·QY: It<; OIl·7\. Q'" -tililro. Y"'l.;J-ID4:+1 !.'.Q;l,9"1r6\:: g) Prepare and submit to the board the internal directives as well as the work and budget plans ofthe enterprise, and implement it upon approval. h) Implement and cause the. implementation ofthe decisions of the board. i) Submit work a,ndJinancial report to the board. j) Delegate his powers to the officers and other employees of the enterprise to the extent necessary for efficient perfonnance of the activities.. of the Enterprise. k) Establish and preside over the meetings of a Management Committee that shall discuss and make decisions on the operations of the enterprise. l) Perfonn other duties assigned to him by the board. 11. Forest (ConcessiOn) Area I) The total concession area is estimated to be 437,108 hectares, of which: (a) 3,483 hectares c1assifiedas plantation forests, (b) 248,536 hectares classified as natural forests, and (c) 185,089 hectares classified as others. (d) The concession area encompasses the state forests known by name as: Goro Bale, Mena Angetu. Kubaya, and Alushe Batu . 9 wwww.chilot.me , 2. Daangaa bosonaa sinii ta'e kan 2. nttu h"}4'tI n"}o-Il h"}4'tI I 2. The precise boundaries of the keewwata kana keewwata xiqqaa ~~ r"'m4'll(Jl. f~"} oo.!,r concession area stated in sub 1 jalatti article I of this Article shall ibsame lafa bosonaa (1)"}1l. 7i"}) rl1 M'i' (Jl. roll") be defined on ground and (Konseeshinii) hinnaannaa , n.h 1/n- .,.11 rE:: noo,!, r<; map with participation of uwnmata naannoo boson~a jiraatun local communities, and shall lafaafi k~aa irratti kan n~C;I' ~~ r"'l.hIlll <; be approved by the Regional daangeffamu fi mootummaa nl>C''''l.f 11M'!! i7D"}"} P':" Government ofOromia. naannoo Oromiyaatiin kan r"'l.roll"} ~11'<; II :: murtaa'u la'a. , 12. Capital The authorized capital of the 12. Kaappitaala Dhaabbatichaa 12. r~c~." ~"[;I'll Enterprise is Birr Kaappitaalli dhaabbatichaa qarshii 591,945,227.00 (Five hundred 591,945,227.00 (Miliyoona dhibba r~c~." ~"[;I'll l1C 591 945 ninety one million, Nine hundred shanii fi miliyoona sagaltamii 227 (h9"llr 00.,. "m<; h")~ fourty five thousand and two tokkoo fi kuma dhibba sagalii fi "'l.1\.1l-"} "m~ 00.,. hC~ h9"I1'} hundred twenty seven), which dhibba lamaafi digdamii torba) has been fully paid up in cash ta'ee qarshii fi akaakuudhaan 71.u U'flr 00.,. Uf (lq.}-) 11'<;' and in kind. guutumaan guututti kafalameeraaf. nn"l1<; n~~~r oo·fI· noo·fI· .,.hli:fI-;I' lI" 13. Sources of Income 13.Burqaa Fayinaansii The income of the Enterprise Dbaabbatichaa , shall be drawn from the I. Galii gurgurtaa bu'aa bosonaa 13. f1ft 9""}"I.'" following sources: trTaa argamu. I. 11~ "} (Jl.1ll. r 7if"l.'" ~~ I) Sales proceeds of forest 2. Kaffaltii tajaajila kenn~u. irraa r"'l.1~ 1ft products. sassaabamu. 2. h"'l.lIm(Jl. h1l1 "}fI-.}- 2) Service fees to be collected 3. Gargaarsa adda addaa irraa. r"'l.lInlll1 n"l1 from different sources. 4. Maallaqa jalqabaa hojii 3. hll~ lI~ OC-'I;I' 3) Donations from different eegaluuf isa barbaachisu 4. P't-(Jl."}floo"f.ooC sources. mootummaan ni ramadaaf. r"'l.fll~M(Jl."} n"l1 4) The regional government han"}"} p'r ~oo~ l1f1;1'lI:: shall allocate working ,capital 14. Galmee Herreegaa 14. f'l."ll1 1/111 required to commence its operation. I. Dhaabbatichi galmee herreegaa I. ~C~." rI1M'i'<; (TOofl· guutuufi sirrii ta'e qabachuu fl1'~ r'l."ll1 001/111 14.Book of Accounts qaba. I) The Enterprise shall keep 1\.<;' l(Jl. ~1~lI:: complete and accurate books 2. Galmeen herreegaafi 2. f'l."ll1 001/111<; rn"l1 of accounts. harshammee-wwan maallaqaa II) p. "f nl>C''''l.f '1'<; M. r 2) The books of accounts and Mana Hojii Muummee Odiitii financial documents of the Oromiyaatiin ykn odiitara inni ooP'lf fl.r ro~"}9" hCIl- Enterprise shall be audited bakka buusuun wagga waggaan n"'l.lP ~00(Jl. M."'C M. r annually by the Oromia odiitii ni taasifama. Audit Bureau or by an ~~l;JlI:: auditor designated by him. . , ·10 wwww.chilot.me 15. Itti Gaafatamummaa ~ Dhaabbatichi qabeenya qabuun olitti hin gaafatamu. 16. Yeroo Turmaataa Dhaabbatichi yeroo hin murtoofueefhojiirra kan turn ta'a. 17. Yeroo Dambiin Kuo Itti Ragga'u Dambiin kun Waxabajjii 22 bara 1999 irraa eegalee kan rilggaa' e ta'a. Finfinnee, 11999 Abbaaduulaa Gammadaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa . IS. ;)~&.H )!:Cj!;-t ~fI/JI. ">1U.T O~.!' fl.tnN !..!'-"fI:.'I"" 16. f.,..!'-;to 'Ut. )!: Cj!;-t ~ I:. -troll ~ 'l.tt. P-' Ir ~.!'- .!'-.,. f I:. " 17.1.1fl- f"'l.O.,OT 'l.tt. .!'-O 1.111 h!I~ 22/1999 '1.'1" J('I"C' fO., .!'-1f.,1:." &. 'l&'~ II~ 22/1999 '1.'1" M-'\.~ 100-'1 fhC'"tY hl:.~'f oo'l'?P-'T T t.Il-'l'lT , I > " • IS.Liability The Enterprise shall not be liable beyond its total assets. 16. Duration The enterprise shall stay in operation for an indefinite time. 17. Effective Date This Regulation shall enter into force as of the 29th day ofJune 2007. Abadula Geqteda President of the Government of National Regional State of Oromia II wwww.chilot.me